Boqqolloo Rool Saamoosaa

Daakuuf/ Daakuu kaayyoo hundaaf kooppii 2, Soogidda akka mi'aawutti, Zayitii 2 tbs, Sanyii Kaaroom xiqqoo
Guutuudhaaf/ Boqqolloo bilcheefame 2, Baqalaa magariisaa murame 1!tbs, Chili magariisaa murame 1 tbs , Koriyaandarii magariisaa 1 tbs, Soogidda akka mi’aawutti, Chilli diimaa caccabsame 1 tsp, Budaa chilli diimaa 1 tsp, Chat masala 1 tsp, Budaa Kumini 1 tsp, Budaa Kooriyaa 1 tsp, Fenugreek goggogaa xiqqoo